keje2013

A fine WordPress.com site

Category Archives: Opinion

Ethical and Theological Discussion about What Unity is and is not in the Oromo People Struggle for Freedom

By Waaqee Ji’oo Garbii | June 9, 2014 Background First of all, my humble request to my reader is that my objective of using numerous sources from secular scholars and siting some verses from the Bible in this article is not to make any religion look good or bad when it comes to the Oromo …

Continue reading

Oromoo fi Oromiyaa gabrummaa keessa tursiisuuf ammas itti qophaayamaa jiraa?

Abdii Boruutiin | June 8, 2014 Yeroo tokko tokko dabree dabree waan tokko tokko ilaaluuf yoo ta’e malee, anillee “Facebook” tti fayyadamuuf yeroos ta’ee, dhugaa dubbachuudhaaf,  fedhiillee hin qabu. Haa ta’u malee, marsaa kanarratti akka tasaa waan tokko argeen, sababa kanaan barreeffama kana dhiyeessuu barbaade. Inni kunis, jaarmayaan Tigray People’s Democratic Movement (TPDM) Afaan keenyatti yoon hiiku: …

Continue reading

DIINA IRRATTI WAL-TUMSUUF, YEROOTU GA’E !!

SEENAA Y.G (2005) | Caamsaa 31, 2014 Addunyaa kana irratti wanni raawwatamu hundumtuu yeroo mataa isaa qaba. waan yeroo isaa eeggatee dhalatu yk umamu hundumtuu umurii ni qabaata. Keessattu adeemsa siyaasaa keessatti, wanni yeroo isaatti gaggeeffamu qabu, dursee ykn barfatee akka gaggeeffamu yoo taasisan, bu’aa isaa irra kasaaraa isaatu caala. Tokko isa tokko dursee yoo dhufees, …

Continue reading

WABE HAJI : INNOCENCE IS NOT A DEFENSE FOR OROMO POLITICAL PRISONERS IN ETHIOPIA

Recently, Ethiopia’s Kangaroo court handed down an unfair verdict for innocent civilians accused of being members of the Oromo Liberation Front (OLF). Many of those who were sentenced have already spent years of incarceration in TPLF’s concentration camps. Tigabu Yilma, a former class mate for one of the victims of TPLF’s ethnic cleansing policy, recounts …

Continue reading

QUPHANNAAN NA TUFFATTEE , OL KAANAAN NA BAQATTEE

SEENAA Y.G (2005) | Ebla 11, 2014 Seenaan Gootummaa Oromoo bakkatti deebi’uuf, Mallattoon isaa mul’achuu eegaleera. Oromoo shiraan dadhabsinee gabroomsinaa jedhanii kanneen Maallaqaa fi qabeenyaan nutti duulan , deebii keessa deebii hin qabneen shirri sun hundumtuu fashaluu haa hubatan. Kanneen dantaa bubuutuuf of gurguranii, qabsoo saba isaanii seenaa xuraa’aan faaluu barbaadanis, Ummata Oromoo, Sirnoota Itoophiyaa …

Continue reading

Oromoon wal malee gargaarsa biraa akka hin qabne yoomiyyuu caalaa ifa ta’uu qaba

Abdii Boruutiin | Caamsa 4, 2014 Impaayara Itoophiyaa tana keessatti, sochiilee godhamaa turani fi jiran yoo ilaalle, hamma Oromoon saboota biroo wajjin dhaabbatee adda-durummaadhaan wareegama guddaa kaffale, dhimma saba keenyaarratti garuu saboonni biroo dafanii nuuf mirmatanii nu wajjin dhaabbachuun isaanii hin mul’atu. Kan fagoo hafee, isuma dhiyoo kanaa yoo yaadanne, bara 2005 yeroo deeggartootni jaarmayaa …

Continue reading

Minority Master Plan to cleanse Majority

By Awwal Nagawoo | May 4, 2014 The minority junta, TPLF government has been designing and implementing a lot of massacre and atrocities on Oromo people, systematic evictions from their land, tactful invasion and degradation of Oromo land, pollution of Oromia aquatic, and congestion of Oromia space, and misappropriation of all Oromo resources by any means from …

Continue reading

SILENCE IN THE FACE OF INJUSTICE WILL ONLY DIVIDE, NOT UNITE ETHIOPIA!

May 4, 2014 (OromoTV) — The recent unrest and ongoing slaughter of innocent University #OromoStudents by Ethiopian Government forces has once again revealed Ethiopia’s deep seeded hatred for Oromo’s. Although, the vicious attack on Oromo’s and #OromoProtests is nothing new and perhaps can be traced back to more than a century. The faces, ethnicities, and …

Continue reading

Fincilli bifa haaraan calqabame cimee ittifufuu qaba !( “qeerransa eegee hinqaban qaban gadi hindhiisan”) jedha Oromoon.

May 2,2014  By Etefa D. kejella Sabni Oromoo baha, lixa, kaaba fi kibba jirtan waan amma mootummaan abbaa irree wayyaanee gar-laafina tokko malee uummata keenya irratti godhaa jiru keessa jirtu ykn abbaa dhimmaa waan taataniif nibeektu. Mootummaan kun erga gara aangootti dhuftee eegalee xiqqaa, guddaa, barataa, hojjetaa mootumma utuu hinhafin isa kaan ajjeesaa, kaan hidhaa, …

Continue reading

Enough Is Enough, The Blood And Life of Our Kids, Youngsters And People Should Never Be Lost In Vain

May 2, 2014 Dear compatriots! It is time for action, it is time to rise up and put a stop to the 24 years of suppression, murder, torture, dispossession, displacement, annexation, and historical shame inflicted on our people by the minority TPLF regime. Our heroic Oromo young generation beginning from 6 year old kids are …

Continue reading