keje2013

A fine WordPress.com site

Category Archives: Opinion

Nafxanyoota moofaas ta’ee haaraa wajjin hojjennee bilisummaa arganna jechuun garaagarummaa hin qabu, bu’aas hin fidu

Abdii Boruutiin | Onkoloolessa 26, 2014 Gara ogummaatiin yoo ilaalame, ani barumsa siyaasaa fi seenaa qabaachuu baadhullee, akkan adeemsa siyaasaa keessatti hubadhutti garuu, galii barbaadan tokko gahuuf tarsiimoolee fi tooftaalee adda addaatti fayyadamuun waanuma jiru dha. Karaan tokko bakkee barbaadan tokkotti yoo nama geessuu baates, karaa biraa barbaaduunis akkasuma. Mooraa Qabsoo Bilisummaa Oromoo (QBO) keessattis, …

Continue reading

In Ethiopia, foreign investment is a fancy word for stealing land

October 17, 2014 (Quartz) — It’s been called by some to be a new form of colonialism. Others say it is outright theft. Since 2000, over 37 million hectares of land, mainly in the world’s poorest nations, have been acquired by foreign investors “without the free, prior, and informed consent of communities” in what, according to Oxfam and other …

Continue reading

Yaada tokkummaa Oromoo diiganirratti dammaquu qabna:

By Etefa D. Kejella Akkuma beekamu waayee tokkummaa ilaalchisee  dhaadannoo ykn dhugaa tokkotu dubbatama; innis ‘tokkummaan humna’ kan yeroo mara jedhamudha. Dhugaadha tokkummaan humna, humna qabaannaan gaara barbaanne galagalchuun nidanda’ama, gufuu cimaa buqqisuunis akkasuma. Waayee tokkummaa ergan hammana dubbadhee booda gara ijoo dubbii kootti deebi’een waa xiqqoo darbachuu barbaada. Akkuma yeroo hedduu dubbatamu ykn barreeffamu …

Continue reading

The birth and the death of the Orthodox church

By Rundassa Asheetee Hundee | October 1, 2014 Some time in late 1960s, a representative from Pentecostal church arrived in Bahir-dar town, rented a little building and called it “the church” after undertaking some cleaning up work that took him few weeks. As the man was getting ready to hold the upcoming church ceremony on …

Continue reading

Irreecha Irree Tokkummaa Keenyaa Taasisuu Irratti Of-eeggannoo Godhamuu Qabu

Boruu Barraaqaa irraa | Fulbaana 26, 2014 Akkuma beekamu yeroon isaa yeroo Irreechaa ti. Ayyaana kana yeroo kabajnu hundumaa dhugaa dagachuu hin qabne jabaa tokkotu jira. Irreecha ayyaana lammii Oromoo maraa taasisuu irratti hanga ammaatti hojii hangamtu hojjetame, hangamtu hoo nu hafe kan jedhu wal gaafachuu feesisa. Akka hubannaa abbaa barruu kanaatti, Irreecha ayyaana lammiilee …

Continue reading

National Gadaa Assembly of Oromia, progress in action

By Rundassa Asheetee Hundee | September 22, 2014 When the Oromo nationalism became root bound and began to deteriorate, few Oromians decided to transplant it. Carefully, they designed the Gadaa system from its scattered existence and put it into larger chart and named it KAAWOO GADAA or National Gadaa Assembly of Oromia. . The goal …

Continue reading

MINILIKOOTA BARDHIBBEE 21-FFAA : Kutaa Jahaffaa

Taammanaa Bitimaa irraa | Fulbaana 3, 2014 DURADUBBII Jalatamoo fi kabajamoo warra barreefata kana duukaa-buutanii jirtan, mee waan hundumaa duran nagaa fi nageenya isiniif hawwa!  Barreeffamni kun isa xumuraa tahuu isaan dursee gurra isin buusa. Barreefama kana kutaa-kutaatti qoqqooduun isiniif dhiyeesseen jira. Erga kutaa shanaffaan isiniif dhiyaatee asillee, duulli Minilikoonni bardhibbee 21-ffaa nu Oromootaa fi …

Continue reading

“Too’anna Da’umsaaf Koriyaan Itophiyaa Gargaaruufi” Oromoo waan tuqu qabaa laata? ; “Korea to Help Ethiopia with Birth Control” Is there implication for the Oromo?

By Ibsaa Guutama Hagayya 21, 2014 (Gubirmans) — Bara durii duriitii kaasee madaala uumaa, lafa, diinagdee fi kan dhimma itt bahanii eeguuf falli too’annaa da’umsaa shakalama ture. Sun madda qabeenyaa yaraa hirmachuu, fayyaa haadhaa fi ilmoo eeguu fi akka karoora fascistootaatt immoo qulqullummaa sanyii eeguuf gargaara jedhameetu. August 21, 2014 (gubirmans) — Birth control schemes had …

Continue reading

Isa tokkoof shororkeessaa; isa biraaf falmataa bilisummaa yoo ta’u

When one man’s terrorist becomes another man’s freedom fighter. Hawi Chala Hawwii Caalaa Hawwi Caalaa | Hagayyaa 6, 2014 Jijjirama adduunyaa keenya kanaan walqabatee jijjirama jechootaa ( terminology ) na ajaa’ibsisu keessaa inni tokko jecha “ terrorism “ jedhu dha. Yeroo tokko tokko hiika isaatiif namoonni ykn dhaabni “terrorist (shororkeessaa)” jedhamanii waamaman waliin waan hin …

Continue reading

Ethiopia’s Police State: The Silencing of Opponents, Journalists and Students Detained

By Paul O’Keeffe June 11, 2014 (Global Research) — Detention under spurious charges in Ethiopia is nothing new. With the second highest rate of imprisoned journalists in Africa[1] and arbitrary detention for anyone who openly objects to the Ethiopian Peoples’ Revolutionary Democratic Front (EPRDF) regime’s despotic iron fist, the Western backed government in Addis Ababa is …

Continue reading